Biiznasii Iityoo Teelekoom galii Birrii biiliyoona 47 ol argate Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Iityoo Teelekoom bara baajataa 2012 galii Birrii biiliyoona 47.7 argachuu beeksiseera. Hoji raawwachiiftuu olaantuun Iityoo Teelekoom aadde…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Gaambeellaa baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 3.3 ol raggaasise Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) –Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessen baajata bara 2013 Birrii biiliyoona 3.3 ol raggaasiseera. Manni…
Oduu biyya keessaa Ashaaraa magariisaa baranaatin biqiltuu biiliyoonni 4.1 dhaabamuun ibsame Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) –Ashaaraa magariisaa baranaatin biqiltuu biiliyoonni 4.1 dhaabamuun ibsame. Barana biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoora qabame keessaa amma ammaatti…
Oduu biyya keessaa Koonsoo fi Aalleetti walitti bu’iinsa uumamee ture tasgabbeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa daangaa Koonsoo fi Aalleetti walitti bu'iinsa uumamee ture tasgabbeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame. Rakkoo nageenyaa…
Fayyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 17 ol darbe Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 17 ol darbeera. Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessaatti erga muul’atee…
Biiznasii Ityoophiyaatti dameen guumruukii 17ffaan Asoosaatti baname Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti dameen guumruukii 17ffaan Asoosaatti baname. Koomiishiniin Guumruukii Ityoophiyaa dameesaa 17ffaa magaalaa Asoosaatti…
Oduu biyya keessaa Manni murtii himannaa obbo Jawaarirratti Hagayya 5f beellama jijjiirramaa laate Obse Wakgari Jul 30, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Poolisiin qorataa yeroo qorannaa dabalataa guyyootii 14 obbo Jawaar Mahaammadirratti kan gaafate yoo ta'u, manni murtii ammoo Hagayya 5,2012tti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Briitaaniyaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 4.71 mallatteessan Obse Wakgari Jul 28, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Ityoophiyaa fi Briitaaniyaan waliigalteewwan deeggarsaa lama mallatteessan. Waliigalteewwan deeggarsaa lamaan kan Paawundii Starliing miiliyoona 105…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Afrikaatti Ministira Briitaaniyaa Jams Dadriij waliin mari’atan Obse Wakgari Jul 28, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Afrikaatti Ministira Briitaaniyaa Jams Dadriij waliin mari’atan.…
Fayyaa Babal’inni dhibee heeppiitaaytas bal’aa ta’uu isaatin ummanni of eeggannaa… Obse Wakgari Jul 28, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) - Babal'inni dhibee heeppiitaaytas (dhibee tiruu) bal'aa ta'uu isaatin ummanni of eeggannaa taasisu cimsuu qaba jedhe Ministeerri Fayyaa FDRI.…