Author
Obse Wakgari 6306 posts
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa yeroo jalqabaatif Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise.
Baankichi bu'aan taaksiin dura argate kan bara…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessatiin namoota 579 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessatiin namoota 579 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasichaan qorannaan…
Obbo Baqqalaa Garbaarratti guyyaan qorannaa dabalataa 8 eeyyamame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Obbo Baqqalaa Garbaarratti guyyaan qorannaa dabalataa 8 eeyyamame.
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa kaleessa dhimma obbo Baqqalaa…
Caffeen Oromiyaa baajata bara 2013f Birrii biiliyoona 90 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaatin labsiiwwan addaddaa raggaasiseera.
Caffeen yaa’iisaatin wixineewwan…
Baankiin Misoomaa Afrikaa biyyoota Afrikaaf deeggarsaa fi liqaan doolaraa miiliyoona dhibba 2 ol…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Baankiin Misoomaa Afrikaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufee ittisuuf biyyoota hedduuf deeggarsaa fi liqaan doolaraa Ameerikaa miiliyoona…
Kooriyaan kaabaa magaaloota daangaashee irratti labsii yeroo ariifachiisa labsite
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Kooriyaan kaabaa shakkamaan vaayrasii koroonaa argamuu irratti hundooftee naannoo daangaatti labsii yeroo aarifachiisa labsite.
Vaayrasiin koroonaa…
Ministeerri Geejjibaa Ityoophiyaatti balaa tiraafikaa %17 hir’isuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Bara bajaataa xumurameetti balaa tiraafikaa %17 hir’isuu Ministirri Ministira Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas ibsaniiru.
Daandii saffiisaa seensaa…
Dabalatan Namoota 555 Irratti Vaayrsiin Koroonaa Yoo Argamu Lubbuun Namoota 9 Darbeera
Finfinnee, Adoolessa 19, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin, samuudaa namoota 8,490f qorannaan hojjetamee namoota 555 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee marii gaggeessa turan dhaabbii biqiltuun…
Finfinnee, Adooleessa 19, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee marii gaggeessa turan xumuruun sababeeffachuun biqiltuu dhaabaniiru.
Hoggantoonni Paartii…