Oduu biyya keessaa Proojaktiin bishaan dhugaatii magaalaa Gimbii ebbifame Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti proojaktiin bishaan dhugaatii magaalaa Gimbii Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 50 hojjetame ebbifame. …
Oduu biyya keessaa Biirichii fi Yuunvarsiitin Bulee Horaa tajaajila lammummaa laatan Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Biiron Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa magaalaa Sulultaatti, Yuunvarsiitin Bulee Horaa ammoo magaalaa Bulee Horaatti…
Oduu biyya keessaa Gujii Lixaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 8 oliin ijaarraman ebbifaman Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Godina Gujii Lixaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 8 oliin ijaarraman ebbifaman. Godinichatti proojaktoonni ijaarramanii…
Balballoommii fi yaada Manni Maree Federeeshinii jijjiirrama hojimaataa kan taasisu ta’uu beeksise Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii jijjiirrama hojimaataa kan taasisu ta'uu beeksise. Af yaa'iin mana marichaa obbo Adam Faaraah koree dhaabbii…
Fayyaa Sakattoon qorannaa aantiiboodii COVID -19 gaggeeffamuu eegale Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Har'a Waxabajjii 15 hanga Adoolessa 7,2012tti sakattoon qorannaa aantiiboodii COVID -19 ni gaggeeffama. Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Diippiloomaatonni Ityoophiyaa faayidaa biyyaa kabachiisuuf hojjechaa jiru -obbo Gadduu Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Diippiloomaatonni Ityoophiyaa faayidaa biyyattii kabachiisuuf hojjechaa jiru jedhan ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa hawaasa harka qalleeyyii 130f deeggarsa oomishaalee nyaataa taasise Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa hawaasa harka qalleeyyii 130f deeggarsa oomishaalee nyaataa taasise. Caffichi deeggarsicha kan laate hawaasa harka…
Ispoortii Tapha deeggarsa walitti qabuurratti kan hirmaate Diimeetroov vaayrasii koroonaatin qabame Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Deeggarsa tola oolmaa walitti qabuuf dorgommii teenisii dirreerratti kan hirmaate Diimeetroov vaayrasii koroonaatin qabame. Taphataan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan wareegamtoota Tigraay 32ffaan Maqaleetti kabajame Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Guyyaan wareegamtoota Tigraay 32ffaan naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti kabajame. Guyyichi siidaa wareegamtootaa jalatti bakka dura…
Vaayrasiikoroonaa Addunyaarratti guyyaatti namoonni kumni 100 COVID-19 qabaman-DhFA Obse Wakgari Jun 22, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa addunyaarratti guyyaa tokkotti lakkoofsa olaanaa namoota covid-19 qabaman galmeessuu beeksise. Dhaabbatichi…