Balballoommii fi yaada Sagantaan tola ooltummaa Ganna 2012 ifatti eegalame Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)-Sagantaan tola ooltummaa Ganna 2012 ifatti eegalame. Sagantichi mata duree " Nyaata keenya oddoo keenya duubaa" jedhuun kan gaggeeffamu ta'a.…
Oduu biyya keessaa Baatii Caamsaa keessa meeshaan koontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 olii… Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Baatii Caamsaa keessa meeshaan koontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 olii qabameera. Ministeerri Galiiwwanii akka…
Oduu biyya keessaa Miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisu ittisuuf ummanni qajeelfamaa fi gorsa kennamu… Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisu ittisuuf ummanni qajeelfamaa fi gorsa kennamu hojiirra oolchuu…
Idil Addunyaa Addunyaarratti Lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 7 siqe Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Adduunyarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 7 tti siquu ibsame. Vaayrasichaan addunyarratti lubbuun namoota kuma 400…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi lammiilee daandirraa jiraataan waldaan‘Temple of God Church’ jedhamuun deeggeraman… Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde Adaanachi Abeebee lammiilee daandirraa jiraataan waldaan‘Temple of God Church’ jedhamuun deeggeraman daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Waliigala naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 116 ga’eera Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Waliigala naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 116 ga’eera. Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) - Naannichatti qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbetti namoota 330…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti hospitaaloonni ammayyaa’oon 2 ijjaarramuufi Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Bulchinsa magaalaa Finfinneetti hoospitaalonni ammaayyaa’oo lama ijaaruuf qophiin taasifamaa jiraachuu bulchiinsi magaalicha beeksiseera. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Dabalataan Namoota 86 Irratti Vaayrasiin Koroonaa yoo argamuu, lubbuun namoota 7… Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Ityoophiyaatti Dabalataan Namoota 86 Irratti Vaayrasiin Koroonaa yoo argamuu, lubbuun namoota 7 darbeera Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) - Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 86 irratti…
Oduu biyya keessaa Dr. Abiy guyyaa boru gaaffiilee miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatarra kaa’anif yaadaa fi… Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) –Mummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa boru gaaffiilee miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatarra kaa’anif yaadaa fi deebii ni kennuu…
Oduu biyya keessaa Jilli garee obbo Dammaqaan durfamuu sadarkaa hidhi haaroomsaa guddichii irraa gahee daawwachuuf… Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Jilli garee itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan durfamuu guyyaa har’a ganama sadarkaa hidhi haaroomsa guddichi irraa jiru daawwachuuf…