Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iidaa vaayrasicharraa of eeguun kabajama Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxir 1441ffaan booru, Dilbata kabajamee oola. Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murteewwan dabarse Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga'iisaa 83ffaa har'a gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni marichaa fayyadama qabeenya…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy baqattoota Sooriyaa fi namoota sababii vaayrasichaatin ko’oomaniif deeggaraa… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baqattoota Sooriyaa fi namoota sababii vaayrasii koroonaatin ko'oomaniif deeggaraa taasisaa jiran…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24tin namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari May 22, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Teeknooloojii Ityoophiyaanonni hojii kalaqaarratti bobba’an dorgommii kalaqaa Jaak Maarratti akka hirmaatan… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni hojii kalaqaarratti bobba'an dorgommii kalaqaa Jaak Maa qopheesserratti akka hirmaatan affeeraman. Yeroo weerara vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal’ootti rooba cimaa rooben, lafti sigigaachuun lubbuun namoota 7… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal'ootti rooba cimaa rooben, lafti sigigaachuun lubbuun namoota 7 darbe. Balichi kan qaqqabe araddaa Tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Iid Aal-Faxir addeessi har’a yoo muul’atte booru; yoo muul’achuu baatte iftaan… Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Aal-Faxir 1441ffaan addeessi har'a galgala yoo muul'atte booru; yoo muul'achuu baatte iftaan kabajama. Preezdaantiin Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Gibts dhimma Hidha Haaromsaarratti mariitti deebi’uuf murteessuu ibsite Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Gibts dhimma Hidha Haaromsaarratti mariitti deebi'uuf murteessuu ibsite. Ministeerri Dhimma Alaa Gibts kaleessa ibsa baasen akka…
Biiznasii Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 63 raggaasise Obse Wakgari May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 63 raggaasise. Baankiin Addunyaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Shifarraaw dura taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan waliin mari’atan Obse Wakgari May 21, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Ambaasaaddar Shifarraaw Jaarsoo dura taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fattaah Abdalraahimaan Burihaan waliin mari’atan.…