Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq koomiishinicha waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen koomiishinii idil addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Balballoommii fi yaada Afaaritti vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 40 olii argame Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Naannoo Afaaritti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsi maallaqaa fi meeshaalee Birrii miiliyoona 40 olii argame. Deeggarsicha kan…
Teeknooloojii Hoospitaalichi laabraatoorii qorannaa vaayrasii koroonaa hojii eegalchiise Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Hoospitaalli Speeshaalaayizdii Yuunvarsiitin Goondar laabraatoorii qorannaa vaayrasii koroonaaf oolu hojii eegalchiise. Laabraatoorichi…
Idil Addunyaa Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii miiliyoona 3tti siqaa jira Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 3tti siqaa jira. Joon Hoopkiins Yuunvarsiitiin akka beeksisetti…
Ispoortii Wiirtuun Leenjii Ispoortii Atleet Xiruunash Dibaabaa deeggarsa taasise Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Wiirtuun Leenjii Ispoortii Atleet Xiruunash Dibaabaa deeggarsa taasise. Wiirtichi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa meeshaalee…
Oduu biyya keessaa Balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa naannoo Amaaraatti qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe. Balichi kan qaqqabe konkolaataan geejiba ummataa Mooxaadhaa gara…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi Jaak Maa marsaa 3ffaan Finfinnee gale Obse Wakgari Apr 27, 2020 0 Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Deeggarsi meeshaalee yaalaa Faawundeeshinii Jaak Maa marsaa sadaffaan har'a Finfinnee gale. Deeggarsichi Finfinnee Tajaajila Fe'umsaa fi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti abbootii warraa kuma 1 fi 70 deeggarsi taasifame Obse Wakgari Apr 26, 2020 0 Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti abbootii warraa kuma 1 fi 70 deeggarsi taasifame. Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa fi weerara vaayrasii…
Idil Addunyaa Adduunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 du’anii kuma dhibba 2 darbe Obse Wakgari Apr 26, 2020 0 Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) – Adduunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 2 darbu himame. Akka gabaasa Yuunvarsiitii Johans Hopkiinsanitti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jiinkaatti roobni cimaan roobuun bu’uuraalee misoomaarratti miidhaa qaqqabsise Obse Wakgari Apr 26, 2020 0 Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) – Godina Oomoo kibbaa magaalaa Jiinkaatti rooba cimaan roobeen bakka Neerii jedhame waamamutti lagni guutuun loolaan cimaa uumeera. Sabaaba kanaan…