Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan baankota nyaataa hundeeffaman daawwatan Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman baankota nyaataa hundeeffaman daawwatan. Gosootni nyaataa addaddaa gara baankii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa raawwii labsii yeroo ariifachiisaarratti hoggansa qaamolee seera kabachiisan waliin… Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan raawwii labsii yeroo ariifachiisaarratti hoggansa qaamolee seera kabachiisan waliin mari'atan.…
Balballoommii fi yaada Naannoo Somaalee fi Tigraayif deeggarsi meeshaalee qulqullinaa laatame Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Mootummaan federaalaa naannoo Somaaletiif deeggarsa meeshaalee qulqullinaa Birrii miiliyoona 15 laate. Itti aanaan preezdaantii naannoo Somaalee obbo Adam…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Majliisa Finfinneerraa beekamtii argatan, namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsa… Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Dargaggoonni Majliisa Finfinneerraa beekamtii argatan, namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsa walitti qabaa jiru. Dargaggoonni kanneen namoota…
Fayyaa Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Kibbaa qorannaa vaayrasii koroonaa eegale Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Naannoo Kibbaa qorannaa vaayrasii koroonaa eegale. Inistiitiyuutichi guyyaatti namoota 96f qorannaa taasisuu…
Oduu biyya keessaa Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa har’a ifatti hojiisaa eegale Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa har'a ifatti hojiisaa eegaleera. Af yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoon…
Ispoortii Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman akka itti wallaannaman… Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa magaalaa Abiijaanitti argamu namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman akka itti wallaannaman taasise. …
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti sakatta’iinsi ho’ina qaamaa mana manarraa eegalameera Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Naannoo Oromiyaatti sakatta'iinsi ho'ina qaamaa mana manarraa eegalameera. Mootummaan naannichaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti hojjechaa…
Idil Addunyaa Afrikaatti sa’aa 12 keessatti namoonni 669 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Afrikaatti sa'aa 12 keessatti namoonni 669 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru. Namoota vaayrasichaaf saaxilamaniin ala, kaleessa qofa namoonni…
Oduu biyya keessaa Finfinneen hojii vaayrasii koroonaa adda baasuu mana manarraa eegaluufi Obse Wakgari Apr 11, 2020 0 Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee aanaalee hundatti torbee itti aanuu eegalee hojii vaayrasii koroonaa adda baasuu mana manarraa eegaluufi. Itti aanaan…