Oduu biyya keessaa Oromiyaan sirreeffamtoota 13,231f dhiifama godhe Obse Wakgari Apr 8, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2012(FBC) -Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan sirreeffamtoota 13,231f dhiifama godhan. Heerri mootummaa naannoo Oromiyaa keewwanni…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sochiin idilee hin dhaabbatu jedhame Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sochiin idilee hin dhaabbatu jedhame. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan tamsa'ina vaayrasii…
Idil Addunyaa Tuurk weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggootarra daangaa saa’aatii keesse Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC)- Tuurk weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggootarra daangaa saa’aatii keessetti. Tarkaanfiin fudhatame kun biyyattiitti weerara…
Oduu biyya keessaa Abbaan taayitichaa dibatoota qulqullinaa mirkanaa fi eeyyama hin qabne ittise Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa To'annoo Nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa dibatoota qulqullinaa (Hand sanitizers) mirkana ga'umsaa fi eeyyama oomishaatin ala gabaadhaf…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy dabalatee, hoggantoonni biyyoota Afrikaa marii bilbilaa taasisan Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dabalatee, hoggantoonni biyyoota Afrikaa marii bilbilaa taasisan. Walitti qabdummaa preezdaantii Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa kadhataa fi soomanaan uumaa araarfachuu fi dhibee vaayrasii… Obse Wakgari Apr 3, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa kadhataa fi soomanaan uumaa araarfachuu fi dhibee vaayrasii koroonaa dandamachuuf ummataaf waamicha dabarsan.…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona darbeera Obse Wakgari Apr 3, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 54 darbeera. Amma ammaatti namoonni 1,026,974…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Noorweey vaayrasii koroonaa ittisuuf kan waliin hojjetan ta’uu beeksisan Obse Wakgari Apr 3, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw, ministira Dhimma Alaa Noorweey Iin Maarii Eeriiksan waliin dhimmoota tamsa'ina vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti shakkamtoota vaayrasichaa 108 fi tuttuqqii kan qaban 100f hordoffiin taasifamaa jira Obse Wakgari Apr 3, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti namoota vaayrasii koroonaatin shakkamanii fi tuttuqqaa warra vaayirasichi irratti mula’te qabaniif qorannaan taasifamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti daldaltoota 3,123 irratti tarkaanfiin yoo fudhatamu, 2,650f akeekkachiisni kennameera Obse Wakgari Apr 3, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaa magaalota gurguddootti abbootiin qabeenyaa hoteelota 13 turtii addaa shakkamtoota vaayrasii koroonaatif gumaachaniiru. …