Oromiyaatti deeggarsi meeshaalee ittisaa, yaalaa fi maallaqaa Birrii miiliyoona 31 olii arjoomame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa ittisa vaayrasii koroonaatif naannoo Oromiyaatif deeggarsa meeshaalee ittisaa, yaalaa fi maallaqaa Birrii miiliyoona 31 ol…