Hidhi Haaromsaa mallattoo olaantummaa ilaalchaa fi gochaati – preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Hidhi Haaromsaa Ityophiyaanotaaf mallattoo olaantummaa ilaalchaa fi gochaati jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Har'a…