Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad, Jooseef Booreel waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 31, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka bu'aa olaanaa dhimma alaa fi imaammata nageenyaa Gamtaa Awrooppaa fi itti aanaa preezdaantii koomiishinii…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Riippabliika Koongoo duraanii vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii darbe Obse Wakgari Mar 31, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Riippabliika Koongoo duraanii vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii darbe. Preezdaantiin Riippabliika Koongoo duraanii Jaakwiis…
Fayyaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf teeknooloojiin diijjiitaalaa hojiirra oole Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf mootummaan Ityoophiyaa dhaabbilee tumsaa waliin appilikeeshinii diijjiitaalaa haaraa hojiirra oolche.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy, preezdaantii Kooriyaa Kibbaa Muun Jee Iin waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Kooriyaa Kibbaa Muun Jee Iin waliin mari'atan. Turmaata isaanii bilbilaatin tamsa'ina…
Oduu biyya keessaa Naannon Beenishaanguul Guumz jiraattonni naannichaa gorsa ogeeyyii fayyaa akka hordofan waamicha… Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumz jiraattonni naannichaa gorsa ogeeyyii fayyaa akka hordofan waamicha dhiyeesse. Of dagannaan…
Viidiyoowwan Tamsa’ina vaayrasii koroonaa to’achuuf murtoo MNO Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/522138355393038/?t=1
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa yaalii miisaa’elaa itti fufteetti Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Kooriyaan Kaabaa miisaa'ela furgugsuu itti fufteetti. Wayita addunyaan weerara vaayrasii koroonaatin dhiphina hamaa keessa galetti, Kooriyaan Kaabaa…
Oduu biyya keessaa Naannon Oromiyaa geejibni magaalaa keessaa fi geejiba ummataa naannoolee qaxxaamuran guutummaatti… Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa geejibni magaalaa keessaa fi sochiin geejiba ummataa naannoolee qaxxaamuran guutummaatti akka dhaabbatan murteesse.…
Oduu biyya keessaa Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa’e Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa'e. Hoospitaalichi meeshaalee qabu waliin weerara vaayrasichaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni lamaan vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e jiraattota naannoo Amaaraati Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Guyyaa har'aa namoonni lamaan vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e jiraattota naannoo Amaarati. Ministeerri Fayyaa FDRI akka…