Waajabila Faanaa Saree rimaa qamalee guddiftuu dhabde guddisaa jirtu Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Hinditti sareen takka qamalee guddiftuu dhabde guddisaa jirti. Haati qamalee xiqqoo kanaa jiraattonni naannichaa jaldeessaa fi qamaloota oomisharraa…
Oduu biyya keessaa Hojiin qorannaa, eeruu fudhachuu fi galmee qulqulleessuu kan itti fufu ta’a- Abbaan Alangee… Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojiin idilee; qorannaa, eeruu fudhachuu fi galmee shakkamtootaa qulqulleessuu kan itti fufu ta'uu Abbaan Alangee…
Ispoortii Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame Atleetichi si'eessituu fayyadamee argamuu isaatini adabbichi kan itti murtaa'e.…
Viidiyoowwan Vaayrasii koroonaa ittisuuf hojii qulqullinaa baabura salphaa Finfinnee keessatti hojjettoota… Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/1494785300672926/?t=1
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa 925 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasisan 925 irratti tarkaanfiin fudhatame. Daldaltoonni tarkaanfiin irratti…
Biiznasii Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa Finfinneetti gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuun ibsame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa magaalaa Finfinneetti gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuun ibsame. Hoggansi Biiroo Daldalaa Finfinnee fi…
Fayyaa Imaltoonni vaayrasii koroonatiin akka hin miidhamne gosoota geejibaa mararratti hojiin qulqullinaa… Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) –Imaltoonni vaayrasii koroonatiin akka hin miidhamne gosoota geejibaa mararratti hojiin qulqullinaa hojjetamaa jira. Ministeera Geejibaatin hojiin…
Oduu biyya keessaa Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame. Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti koreen tasgabbii gabaa sakattoo…
Oduu biyya keessaa Guyyootii 15f sirreeffamaa gaafachuun hin danda’amu Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Bulchiinsi Manneen Amala Sirrreessaa Federaalaa maatiin sirreeffamtootaa guyyootii 15f sirreeffamtoota akka hin gaafanne ittisuu beeksise. Murtichi…