Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Arsii meeshaalee yaalaa deeggarsaan argate Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) -Yuunvarsiitiin Arsiitti Hospitaalli Riifeeraalaa fi barsiisummaa Asallaa meeshaalee yaalaa garaagaraa Birrii miiliyoona 70 ol baasaan deeggarsan…
Biiznasii Sagantaan wabii nyaataa magaalota 72tti hojiirra ni oola Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Sagantaan wabii nyaataa boqonnaa lamaffaa magaalota 72tti hojiirra ni oola. Sagantichaan lammiilee miiliyoona 1 ol ta’an fayyadamoo taasisuuf…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa obbo Wubisheet Warqaalammaaw raawwatame Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Sirni awwaalchaa obbo Wubisheet Warqaalammaaw har'a waaree booda Kaatedraala Sillaaseetti raawwatameera. Qopheessummaa Ministeera Aadaa fi…
Balballoommii fi yaada Hoggansi biirolee misooma beelladaa naannolee afurii, inistiitiyuuticha waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandha 25, 2012 (FBC) –Hoggansi biirolee misooma beelladaa naannolee afurii, Inistiitiyuutii Eegumnsa Fayyaa Beelladaa Biyyoolessaa waliin mari'atan. …
Oduu biyya keessaa Ijaarsa mana barumsaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 30 taasifame Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Wallaggaa Baha aanaa Saasiiggaatti mana barumsaa ijaaruuf Birrii miiliyoona 30 deeggarsa taasise. Proojakticha abbumaan kan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi marsaa jalqabaa daandii ariitii Mojoo – Hawaasaa %88 xumurameera Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) –Ijaarsi marsaa jalqabaa daandii ariitii Mojoo - Hawaasaa %88 xumurameera. Ijaarsa daandii Mojoo - Maqii kiilo meetira 56 keessaa kan…
Waajabila Faanaa Preezdaantii sodaa vaayrasii koroonaaf nagaa harkaan gaafachuurra lukaan gaafachuu filataan Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa Joon Maaguulii fi hogganaan paartii morkattootaa Maaliim Seeyif Shariif lukaan nagaa wal gafachuun isaanii dubbii ijoo…
Teeknooloojii Amaazoon vaayrasii koroonaa sababeeffachuun oomishaalee daballii gatii taasisaaniratti tarkaanfii… Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Amaazoon vaayrasii koroonaa sababeeffachuun oomishaalee daballii gatii hin barbaachiifne taasisaanii fi odeeffannoo dogoggoraa tamsaasan miliiyoona 1…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen sagantaa Hidha Haaromsaatif galii walitti qabuu ergaa gabaabaa 8100A… Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) -Preezdaant Saahilawarq Zawdeen sagantaa Hidha Haaromsaaf galii walitti qabuu ergaa gabaabaa 8100A ifoomsan. Preezdaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Aviyeeshinii Afrikaa 5ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 4, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Yaa'iin Aviyeeshinii Afrikaa 5ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa'ii fi agarsiisni Aviyeeshinii Afrikaa kun har'a magaalaa…