Naayijeeriyaatti namni yeroo jalqabaaf vaayrasii koroonaaf saaxilamee argame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Naayijeeriyaatti namni yeroo jalqabaaf vaayraasii koroonaaf saaxilamee argameera.
Namicha lammii Itaalii yoo ta’u, Miilaan irraa guyyoota lama…