Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 104 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 104 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an. Namoonni deebi’an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitootaan dabarfamaa kan…
Balballoommii fi yaada Hoteelota 200f irra deebidhaan sadarkaan laatamuufi Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Hoteelota 200f irra deebidhaan sadarkaan laatamuufi. Bara kana hoteelota 200f irra deebidhaan sadarkaan kan laatamu ta'uu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Godina Gaamootti balaa konkoolaatatiin lubbuun namoota 8 darbe Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Godina Gaamootti balaa konkolaatatiin lubbuun namoota 8 darbe. Konkolaataan ummataa Miinibaasii jedhamu imaltoota fe’ee aanaa Garasee irraa…
Oduu biyya keessaa Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa magaalaa Sandaafaatti taa’amaa jira Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) - Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa magaalaa Sandaafaatti taa'amaa jira. Siimpooziyamiin biyyoolessaa kun mata duree "Tajaajila poolisii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Raayyaa Ittisaa Xaaliyaan, Gurraandhala 12 idoowwan Ityoophiyaanonni itti ajjeefaman… Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Xaaliyaan Gurraandhala 12 idoowwan Ityoophiyaanonni itti ajjeefaman daawwachuufi. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti gaggeeffamurratti hin hirmaattu Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) -Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti gaggeeffamurratti hin hirmaattu. Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii akka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa ijaarun hojii adda duree ta’uu qaba – MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa ijaarun hojii adda duree ta'uu qaba jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun daawwii hojiitif Xaaliyaan jiru Obse Wakgari Feb 26, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw daawwii hojiitif eda gara Xaaliyaan imalaniiru. Turmaata isaanii…
Waajabila Faanaa Lammiin Awustiraaliyaa qubeelaa waggaa 46 dura jalaa bade argatte Obse Wakgari Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurrandhala 17, 2012 (FBC) – Dubartiin Awustiraaliyaa tokko qubeelaa wayita dargaggummaa ishee jala bade waggaa 46 booda argachuun ishii dinqii uumeera. Qubeelicha waggaa 46…
Teeknooloojii Googl fayyadamtoonni Huwaawee haaraan appilikeeshinoota koo akka hin fayyadamne jechuun… Obse Wakgari Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Googl yeroo dhiyoodhaa asitti oomishoonni Huwaawee gabaaf dhiyaatan appilikeeshinoota koo akka hin fayyadamne jechuun akeekkachiisera. Googil…