Oduu biyya keessaa Leenjiin Ambaasaaddaroota haaraa muudamaniif kennamaa ture xumurame Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Leenjiin Ambaasaaddaroota haaraa muudamaniif kennamaa ture xumuurame. Ambaasaadaroota kanaaf dhimmoota,diinagdee,itti fayyadama…
Idil Addunyaa Preezdaant Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsan Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Raashiyaa Viildaamiir Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsaniiru. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qaala’iinsa jireenya tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenya tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanach Abeebee himaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan tattaaffii hojii leenjii fi qulqullinaa foyyeessuun carraa hojii uumuuf hojjete… Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Mootummaan, Ministeera Hojii fi Kalaqaa hundeessuun qulqullina leenjii foyyeessuufi carraan hojii akka uumamuuf hojiin hojjete kan jajjabeeffamu ta’uu…
Ispoortii Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf… Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf dhiyaateera. Kitaabni fakkeenyummaa bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf… Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf dhiyaateera. Kitaabni fakkeenyummaa bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa… Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa jiraachuu Korporeeshiniin Misoomaa fi…
Fayyaa Dooktar Liyaan Fooramii fayyaa Dubaay 4ffaarratti damichaan muuxannoo Ityoophiyaa dhiyeessan Obse Wakgari Mar 6, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaan Taaddasaan Fooramii fayyaa Dubaay 4ffaarratti damichaan muuxannoo Ityoophiyaa dhiyeessaniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa madda anniisaa haaromsaa Afrikaa Bahaa taasisuuf hojjetamaa jira-Ministeera Maallaqaa Obse Wakgari Mar 4, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa madda anniisaa haaromsaa Afrikaa Bahaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni adda addaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan Obse Wakgari Mar 4, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Ministiroonni adda addaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru. Bu’urumaa kanaan Ministirri Ministeera Nageenya obbo…