Oduu biyya keessaa Ayyaanni Kataraa guyyaa har’a ni kabajama Obse Wakgari Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Ayyaanni Kataraa guutuu Ityoophiyaatti hordooftoota amantaa kiristaanaatin guyyaa har’aa ni kabajama. Ayyaanni Cuuphaa addunyaan Ityoophiyaa caalmaatti…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Cuuphaa Gondaritti kabajuf hojiin duraa xumuramu Ministeerri Turiizimii beeksise Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Ayyaana Cuuphaa Gondaritti diyaaspooraa waliin kabajuf hojiin duraa xumuramu Ministeerri Turiizimii beeksiseera. Ministir deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen garagaraa lammiilee naannoo Affaaritti waraanaan miidhamaniif deeggarsa taasisan Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Qaamoleen garagaraa lammiilee naannoo Affaaritti waraanaa miidhamaniif deeggarsa taasisaaniiru. Ityoophiyaanoonni Swiizaarlaand jiraataanii fi…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensicha ergama biyyoolessaa ba’uun cinaatti gurmaa’insa dhaabbatichaa ammayyeessuurratti… Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)-Humni Qilleensaa Itoophiyaa ergama biyyaalessaa bahuun cinaatti gurmaa’insa dhaabbatichaa ammayyeessuu irratti argama jedhan Ajajaa Ittaanaa Loojistikii…
Oduu biyya keessaa Manni Murtichaa nama dhuunfa haadha warraa isaa haala sukkanneessaan ajjeese du’aan akka adamuuf… Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)-Manni Murtii olaanaa godina Arsii nama dhuunfa haadha warraa isaa haala sukkanneessaan ajjeese du’aan akka adamuuf murtoo dabarseera. Jiraata godinichaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii… Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa meeshaalee fi nyaataa Birrii miiliyoona 100tti tilmaamamu…
Oduu biyya keessaa Manni Amantaa Ortodooksi Tawaayidoo Ityoophiyaa horsiisee bultoota Booranaa hongeen miidhamaniif… Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Manni Amantaa Ortodooksi Tawaayidoo Ityoophiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera. Sababa roobni Gammoojjii…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Jigjigaa galan Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamuu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichi wayita buufata xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Mattuu manneen barnoota sadarkaa 2ffaa godinaalee Iluu Abbaa Boorii fi Buunnoo… Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Mattuu manneen barnoota sadarkaa 2ffaa Godinaale Iluu Abbaa Boorii fi Buunnoo Beedellee keessatti wiirtuu Saayinsiifi Teekinooloojii…
Oduu biyya keessaa Hawaasni godina Geedi’oo loon horsiisee bultoota Booranaa ofiitti fudhachuun gara iddoo marga… Obse Wakgari Jan 14, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Hawaasni naannoo Kibbaa godina Geedi’oo aanaa Gadab hongee godina Booranaatti muudatee hordofee loon gara ofiitti fudhachuun gara iddoo marga bal’aatti akka…