Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaatti hojiin misooma Sululaa eegale Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaatti hojiin misooma Sululaa 484 bu’ureeffatee hojii kunuunsa qabeenya uumamaan eegaluu Waajjirri Qonnaa godinicha…
Fayyaa Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu… Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu eegalu ibsameera. Hoji gaggeessaan hospitaalicha obbo…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwatan Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwataniiru. Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar seenuun…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hoggantoota kutaa Magaalaa Finfinnee fi aanoleen gaggeeffamaa ture xumurame Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota sadarkaa kutaa Magaalaa Finfinnee fi aanoleerra jiraniin gaggeeffamaa ture xumurameera. Waltajjichi guyyoota sadiif…
Oduu biyya keessaa Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabe Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 =Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabameera. Itti gaafatamaa waajjira aanichaa Obbo Mokonnin Booraa ,qabeenyi…
Oduu biyya keessaa Abbaan injifannoo duula Tokkummaa Sabdaneessummaaf dirqamnee itti seenne Itoophiyaanotaa fi… Obse Wakgari Jan 3, 2022 0 Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Abbaan injifannoo duula Tokkummaa Sabdaneessummaaf dirqamnee itti seenne Itoophiyaanotaa fi Itoophiyaadha jechuun Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Shawaa Kaabaatti misooma qamadii bonaa daawwate Obse Wakgari Jan 3, 2022 0 Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Jilli Itti aanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaatin durfamu godina Shawaa Kaabaatti misooma qamadii bonaa daawwateera. Bara kana Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti…
Oduu biyya keessaa Hawaasaaf tajaajila si’ataa fi haqa qabeessaa ta’ee laachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa… Obse Wakgari Jan 3, 2022 0 Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Mariin waltajjii Hooggansa Olaanoo Naannoo Oromiyaa taa'amaa ture xumurameera. Injifannoo gama birmadummaa biyyaa kabachiisuutin argame caalmaatti itti…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Aadaa Magaalaa Shaashamannee hojii eegaluu ifatti labsuun yaa’a falaa gaggeessan Obse Wakgari Jan 3, 2022 0 Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Manni Murtii Aadaa Magaalaa Shaashamannee hojii eegaluu ifatti labsuun yaa'a falaa gaggeessaniiru. Hundeeffamni mana murtii Aadaa sadarkaa Godinootaa,…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin mata duree ‘Diyaaspooraan Ijaarsa biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2022 0 Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Waltajjiin mata duree ‘Diyaaspooraan Ijaarsa biyyaaf’ jedhuun magaalaa Samaaraatti gaggeeffamaa jira. Maricharratti Preezdaantiin Naannoo Affaar obbo…