Oduu biyya keessaa Magaalaa Bulee Horaatti manni murtii aadaa hundeeffame Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaatti Manni Murtii aadaa hundeeffameera. Hundeeffama Mana Murtii aadaa kanarratti Preezdaantiin Mana…
Oduu biyya keessaa Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan filatamu Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan akka filatamanii fi muudamni isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataan kan ragga’uu ta’uu Koreen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Galaanitti proojektoonni adda addaa buleeyyii fi haaraan 53 hawaasaan daawwatamaan Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Adda Naannawaa Finfinnee magaalaa Galaanitti projeektoonni garaagaraa 53 Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 13 oliin hojjetamaa jiran hawaasaan…
Biiznasii Baatiwwan shaniitti daldala alaa bunaa, shaayii fi mi’eesituuwwan irraa galiin Doolaraa Ameerikaa… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Bara Baajatichatti baatiwwan shaniitti daldalaa alaa bunaa, shaayii fi mi’eesituuwwan irraa galiin Doolaraa Ameerikaa miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 25…
Oduu biyya keessaa Mariin Tokkummaa adeemsa duula birmadummaa keessatti argame Badhaadhina hundagaleessa Ityoophiyaaf… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mari’ata jiru. Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa…
Oduu biyya keessaa ABUT haleellaa naannoo Affaaritti qaqqabsiiseen manneen barnootaa 759 barbadeesse Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar godinaalee 4 fi aanolee 21 haleellaa raawwateen manneen barnoota 694 gariinii fi manneen barnoota 65 ammoo…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa kaafamtoota misoomaaf lafa mana jireenyaa laate Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa qonnaan bultoota sababa misoomaatiin bara 2009, 2010 fi 2011 kaafaman 340'f lafa mana jireenyaa kennuu beeksiseera. Qonaann…
Oduu biyya keessaa Dippiloomaasiin diinagdee fi siyaasaa raawwii abdii qabu agarsiisuu ibsame Obse Wakgari Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Dippiloomaasiin diinagdee fi siyaasaa raawwii abdii qabu agarsiiseera jechuun Ministirri Misteera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Araggaan himaniiru.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensicha diyaaspooraa gara biyyaa dhufaniif simannaa adda taasisaafi jiraachuu ibse Obse Wakgari Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa miseensoota Diyaaspooraa waamichi taasifameef fudhachuun gara biyyaa dhufaniif simannaa adda taasisaafi jiraachuu hime.…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’iinsi kutaa Kaabaa Ityoophiyaa akka dhaabbatuuf Ameerikaan ABUT deeggaruu keessaa ba’uu… Obse Wakgari Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Walitti bu’iinsi kutaa Kaabaa Ityoophiyaa akka dhaabbatuuf Ameerikaan ABUT deeggaruu keessaa ba’uu qabdi jechuun Broonwaayiin Biruutaanii fi Proofeesaar Aan…