Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an. Lammiileen Ityoophiyaa 163 guyyaa har’aa Beeruut irraa gara biyya isaaniitti…
Oduu biyya keessaa Obbo Xilaahuun Geetaachew hidha umrii guutuun itti yoo murtaa’u, warren hafan adabbii hidhaa waggaa… Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Hiriira deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’ameratti namoota boombii darbaachuun lubbuun namaa akka darbuu fi miidhaa qaama…
Oduu biyya keessaa Pilaanii magaalotaa kabachiisuu dhabuun rakkoo hammaataa magaalotaa naannoo keenyaa ta’ee Jira-… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Daayrektarri Olaanaa Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa Dooktar Daadhii Wadaajoo Pilaanii magaalotaa kabachiisuu dhabuun rakkoo hammaataa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Aadaa fi Turizimii boqachuu Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame ibse Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ministeerri Aadaa fi Turizimii boqachuu Artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga'ame ibse. Ministeerri Aadaa fi Turizimii boqachuu artiist Lammaa…
Oduu biyya keessaa Sinoodosichi haasaa Preezdaanti Doonaald Tiraamp Hidha Haaromsaa ilaalchisuun taasisan balaaleffate Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Sinoodosiin Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Ityoophiyaa Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ibsa laateera. Ibsichaan haasaa…
Oduu biyya keessaa Qoramaatni biyyaalessaa 12ffaa fi naannoo kutaa 8ffaa barnoota cin waggaa 3 qofa uwwisa Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) -Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa fi naannoo 8ffaa bara 2012 barnoota cin waggaa 3 qofa of keessaatti kan haammate ta’uu Ministirri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Itti Aanaan Muummee Ministiraa hojii daandii Giimbaa Taanbaa eegalchiisan Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin baasii Birrii biiliyoona 2 oliin kan ijaaramu hojii daandii aspaaltii Giimbaa Taanbaa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa misooma bunaa fi mi’eessituurraattii ogeeyyii… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa misooma bunaa fi mi'eessituurraattii ogeeyyii qonnaa leenjii ogumma cimsuu kennaa jira. Biirichi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti waliigaltee sadeenii gaggeessan guyyaa boruu… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti waliigaltee sadeenii gaggeessan guyyaa boruu akka eegalan Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril…
Oduu biyya keessaa Ejansichi Kurmaana jalqaba waggaatti kappitaala Birrii biiliyoona 12.5 kan galmeessaan invastaroota… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Kurmaana jalqaba waggaatti kappitaala Birrii biiliyoona 12.5 kan galmeessaan invastaroota diyaaspooraa 336f tajaajila deeggarsa kennuu Ejansiin…