Yakkamtoota tokkummaa ummataa diiganii fi biyya hokkaruuf hojjetaniif mootummaa hin obsu – Af-yaa’ii…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) - Yakkamtoota tokkummaa ummataa diiganii fi biyya hokkaruuf hojjetaniif mootummaa akka hin obsine Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI obbo…