Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu ibsame Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu ibsame. Guyyaa kaleessaa Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu Ministeerri Barnoota ibseera.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeesse Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeesse. Raayyaan Ittisaa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeessuu beeksise. Ajajoonni…
Idil Addunyaa Vaayrasiin koroonaa gogaarra sa’aatii 9 ol akka turu qorannoon tokko ifoomse Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Vaayrasiin koroonaa gogaarra sa’aatii 9 ol akka turu qorannoon tokko ifoomseera. Qorattoonni Jaappaan vaayrasiin koroonaa gogaa dhala namarraa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti namoonni 221 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 221 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdawuun durfamu Godina Beenchi Shakootti… Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdawuun durfamu Godina Beenchi Shakootti boqqoolloo kilaastaraan faca’e daawwate. Itti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6% ol guddina galmeessisuun ibsame Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6% ol guddina galmeessisuun ibsame. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaaffiiwwan garagaraa miseensoota…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira. Gamaggamni kun ciminaa fi hanqina muldhate qoratee kallattii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa… Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa gaggeesse. Manni marichaa galma walga’ii Waajjira…
Oduu biyya keessaa Muummeen ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyii fi haati warraan isaanii aadde… Wabi Fufa Oct 16, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) -Muummeen ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyii fi haati warraan isaanii aadde Roomaan Tasfaayee Faawundeeshinii hundeessan.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ waliigaltee… Wabi Fufa Oct 16, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ waliigaltee tumsaa mallateessan. Waliigaltichi bu’aalee…