Idil Addunyaa Sudaanitti lolaan iddoowwan arkiyoolojii balaaf saaxile Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Sudaanitti lolaan iddoowwan arkiyoolojii balaaf saaxile. Lagni Naayil akka malee guutee lolaa uumameen iddoowwan arkiyoolojii murteessoo ta'an Kaaba…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinu jedhan Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hundi keenya naannawa keenya akka qulqulleessinuu fi keessa keenyallee mufaata…
Oduu biyya keessaa Adeemsa baruu barsiisuu eegalsiisuuf haalota jiran qo’achaa akka jiru Ministeerri Barnootaa… Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Adeemsa baruu barsiisuu eegalsiisuuf haalota jiran qo'achaa akka jiru Ministeeriri Barnootaa beeksise. Deettaan Ministiri ministeerichaa obbo Miliyoon…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 976 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 976 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti manneen barnootaa bultii addaa torba kan barattootni dandeettii olaanaa qaban itti… Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Oromiyaatti manneen barnootaa bultii addaa torba kan barattootni dandeettii olaanaa qaban itti baratan ijaaruuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa murteesse.…
Oduu biyya keessaa Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii… Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii damee teeleekoomiiti – Dooktar Abiy Ahimad …
Oduu biyya keessaa Manni murtii Abbaan Alangaa hanga Fulbaana 8, 2013tti himata akka banu ajaja kenne Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Manni murtii obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota hanga toora lakkoofsa 10ffaatti jiranirratti Abbaan Alangaa hanga Fulbaana 8, 2013tti himata akka…
Idil Addunyaa Chaayinaan biyyoota Afriikaa sadi keessatti ‘buufata waraanaa ijaarrachuuf Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Chaayinaan biyyoota Afriikaa sadi keessatti 'buufata waraanaa ijaarrachuuf' Peentaagoon karoora waggaa, damee waraanaa Chaayinaa ilaalchisuun torbee kana…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti qajeelfama taarifa tajaajila geejjibaa fi dandeetti fe’umsaa ba’erratti fooyya’insi… Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Magaalaa Finfinneetti vaayrasiin koroonaa uumamuun walqabatee qajeelfama taarifa tajaajila geejjibaa fi dandeetti fe’umsaa ba’erratti fooyya’insi ta’e.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan Asmaraa galan Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Preezdaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan daawwannaa hojiif Asmaraa galan. Janaraal Abdulfataah Albuurhaan…