Oduu biyya keessaa Manneen jireenyaa waliinii abbootii murtii federaalaa ebbifame Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Manneen jireenyaa waliinii abbootii murtii Federaalaa ebbifame. Sirni eebbaa manneen jireenyaa abbootii murtii federaalaa gaggeeffame.…
Idil Addunyaa Addunyaarratti Jimaata qofa namootni 292,527 Covid-19n qabaman Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Addunyaarratti Jimaata qofa namootni 292,527 Covid-19n qabaman. Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Jimaata qofa addunyaa guutuutti namootni haaraan Covid-19n…
Idil Addunyaa Indiyatti namoonni saanitaayizara dhugan sagal du’an Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Indiyatti namoonni saanitaayizara dhugan sagal du'an Indiyatti guyyoota laman darbanitti namoonni saanitaayizara dhugan sagal du'an. Qondaalli…
Teeknooloojii Tiraamp TikTok aappii viidiyoon ittiin qoodamu akka dhorkamu beeksisan Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp TikTok aappii viidiyoon ittiin qoodamu abbummaan isa kan Chaayinaa ta'e Yuunayitiid Isteet keessati akka…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Tarkaanfiiwwan ittisa COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne jedhan. Tattaaffiin keenya waloo…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barsiisota lamaaf piroofersera guutuu kenne Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Yuunivarsitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barsiisota lamaaf piroofersera guutuu kenne. Yuunivarsitichi gulantaalee garaagaraan…
Oduu biyya keessaa Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala – Inj.… Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – “Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala” Itti aanaa Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeshinii Ityoophiyaa naannoon Tigiraay filannoo gaggeessuuf qophii itti jiru… Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) - Manni Maree Federeshinii Ityoophiyaa naannoon Tigiraay filannoo gaggeessuuf qophii itti jiru hatattamaan akka dhaabu gaafate. Naannichi…
Oduu biyya keessaa Namoonni dabalataa 915 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise Wabi Fufa Aug 1, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) -Gabaasa idilee qorannoo sa’aatii 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 915 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa meeshaalee Birrii miil.34 baasu buqqaatootaf… Wabi Fufa Jul 27, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa meeshaalee Birrii miiliyoona 34 baasu buqqaatootaf deeggarsa taasise. Deeggarsichi rakkoo…