Miidiyaa fi ogeeyyiin aartii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ga’ee olaanaa ba’acha jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Miidiyaa fi ogeeyyiin aartii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ga’ee olaanaa ba’acha jiraachuu obbo Nigusuu Xilahuun ibsan.
itti…