Idil Addunyaa Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu qopheessufi Wabi Fufa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) - Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu ariitiin qopheessufi. Projaktiin talaallii mRNA vaayrasi koronaarratti xiyyeefate ariitiin xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Namoonni karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddabarsaan to’ataman Wabi Fufa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni lama karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddarsan to’atamaniiru. Namoonni kun meeshaa waraanaa 17 mana jireenyaa…
Idil Addunyaa Liibiyaatti walitti bu’iinsa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoof saaxilaman Wabi Fufa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Liibiyaatti walitti bu’insa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoo cimaaf saaxilamuun himame. Falmitoonni mirga namoomaa Liibiyaatti walitti bu’insa…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera. Koreen kun,…
Oduu biyya keessaa Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru Waashingitanitti ni mari’atu. Ministeroonni Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa boru ni gaggeessa Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa. Manni marichi walga’iisa guyyaa boruun…
Balballoommii fi yaada Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi –… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo lameenii cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu akka barabaaddu Raashiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Duubeen Komiishinara Itti Aanaa Komiishinii Ispoortii Federaalaa ta’uun muudaman Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Obbo Duubee Jiloo Komiishinara Itti Aanaa Komiishinii Ispoortii Federaalaa ta'uun muudaman. Obbo Duubee Jiloo waggoota kudhaniif Daayrektara Tekinikaa…
Oduu biyya keessaa Gorsitoonni Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Gorsitoonni Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa barreessaa dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Tiiboor…
Fayyaa Daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Idil Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom Beejiing imalufi Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Idil Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom Beejiing imalufi. Dooktar Teediroos Adihaanoom dhimma weerara…