Idil Addunyaa Konkolaataan NASA ‘Perseverance’ Maarsiirra qubatte Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Ejansiin hawaa Ameerikaa konkolaataa (rover) maqaa Perseverance jedhamu kennameef, milkaa'inaan Maarsiirra qubachiise. Konkolaataan kun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Hindi waliigaltee garagaraa hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu danda’u mallateessan Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Hindi Subraahmaaniyaam Jaayshankaar waliin…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Yaa’iin Fayyaa 9ffaa naannoo Gambeellaa gaggeeffamaa jira. Hoogganaan Biiroo Fayyaa naannichaa Root Gaatooch naannichatti damee fayyaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy… Wabi Fufa Feb 19, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Saqoxaa fi naannawaa ishee deeggarsa hooggansa jijjiiramaa Dooktar Abiy Ahimadiif qabaniif hiriira nagaa bahuun ibsaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Qophii haal-duree Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa naannawaa Finfiinneetti ijaaramu irratti… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Qophii haal-duree ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa naannawaa Finfiinneetti ijaaramu ilaalchisuun Ministeera Maallaqaa mariin…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii gara kutaa wal’ansa cimaatti galanii dabalaa… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) –Ministeera Fayyaatti Daayreekatarri Hariiroo Ummataa fi Kominikeeshinii Dooktar Taganee Raggaasaa guyyaa 2n darbanitti qofaa namoonni 615 kutaa…
Oduu biyya keessaa Maqaleerraa gara Finfinneetti geejjibsiifamaa kan turee Fanjiin kaartoonii 23 too’atame Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Maqaleerraa gara Finfinneetti geejjibsiifamaa kan turee Fanjiin kaartoonii 23 guyyaa har’aa too’atameera. Sakata’insa keellaa gumuruukaa…
Oduu biyya keessaa Guutummaa naannoo Tigiraayitti elektirikiin irra deebiin adda cite Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Hafteen Juuntaa bu’uuraalee misoomaa elektiriikii irratti miidhaa qaqqabsiisaniin, guutummaa naannoo Tigiraayitti eleektirikiin irra…
Oduu biyya keessaa Qotee fi horsiisee bultootni Oromiyaa kuma 6 ol gara invastimantiitti ce’an Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti horsiise bultootnii fi qonnaan bultootni kuma ja’aa ol gara invastimantiitti ceesifamuu Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti…
Oduu biyya keessaa Baankiin daldala Ityoophiyaa walakkaa waggaatti birrii biiliyoona 83.2 sassaabe Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Baankiin daldala Ityoophiyaa walakkaa waggaatti birrii biiliyoona 83.2 sassaabuu beeksise. Bara baajataa 2013 walakkaa waggaatti dameelee…