Oduu biyya keessaa Fooramiin biizinasii Ityoo-Hindii gaggeeffamuu eegale Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Fooramiin biizinasii Ityoo-Hindii gaggeeffamuu eegaleera. Fooramicharratti jilli Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Neezarlaandis waliin marii’atan Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Neezarlaandis Maark Ruut waliin marii’ataniiru. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Qorannoon beellama yeroo Ajajoota Waraanaa Olaanoo 4 adda cite Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Biiroon Qorannoo Yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa heera mootummaa cabsuu, milishaa leenjisuu fi milishaa qindeessuu ABUTn dirqisiifamne itti…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) -Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Kanaadaan Ityoophiyaatti deeggarsa tajaajjila fayyaa bu’uuraa guutuu… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Kanaadaan Ityoophiyaatti vaayrasii koroonaa waliin walqabatee, deeggarsa tajaajjila fayyaa bu’uuraa guutuu danda’u…
Oduu biyya keessaa Jaappaan naannoo Tigiraayitti lammiilee miidhamanii fi buqqa’aniif kan oolu deeggarsa Birrii… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Jaappaan naannoo Tigiraayitti lammiilee miidhamanii fi buqqa’aniif kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 65 taasifteetti.…
Oduu biyya keessaa Filannoon biyyaaleessaa fi Naannoleetti gaggeeffamu nagaa fi demookiratawaan akka xummuramuuf qophii… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Filannoon biyyaaleessaa fi Naannoleetti gaggeeffamu nagaa fi demookiratawaan akka xummuramuuf itti gaafatamummaa isaanii bahuuf qophii ta’uu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabeera. Ajajan poolisii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar waliin marii’ataniiru. Wayita kana…
Oduu biyya keessaa Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma… Wabi Fufa Feb 16, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Komishinarri Komishinii Pilaanii fi Misoomaa FDRI Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma…