Naannoo oromiyaa fi Somaalee waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa naannoo Oromiyaa fi Somaalee magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Waltajjichaan naannoleen lamaan karoora…