Oduu biyya keessaa karoora misooma daandii Waggaa 10 irratti marii’atame Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – karoora misooma daandii Waggaa 10 irratti marii’atame. Karoora Misooma daandii Waggaa 10 fi daandiwwan Naannoo Afaaritti hojjetaman fi gara…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu yeroo 12ffaaf barattoota muummeewwan garagaraatiin barsiisaa ture… Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu yeroo 12ffaaf barattoota muummeewwan garagaraatiin barsiisaa ture eebbise. Yuunivarsiitichi guyyaa…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina… Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina Matakkal irraa buqqa’an waliin marii’atan.…
Oduu biyya keessaa “ Mootummaan Ityoophiyaa beela akka meeshaa itti fayyadameera” jechuun gabaasa ‘Za Ikoonoomist’… Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – “ Mootummaan Ityoophiyaa beela akka meeshaa itti fayyadameera” jechuun gabaasa ‘Za Ikoonoomist’ baase mootummaan cimsee akka balaaleffatu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) –Obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru. Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaw…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartootaa fooyyeessuun murteessaa ta’uu beeksise Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartootaa fooyyeessuun murteessaa ta'uu beeksise. Manni Maree Federeeshinii hirmaannaa dubartoonni…
Oduu biyya keessaa Proofeesaroonni Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu qabu – Preezdaanti… Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) –Proofeesarootni guutuun Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu akka qaban Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee yaa’ii idilee Mana…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin ‘Miss Tourism Oromia’ adeemsifamuufi Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Dorgommiin ‘Miss Tourism Oromia’ qopheessummaa Komishinii Turizimii Oromiyaa (KTO) fi Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATO)tiin qophaa’e…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Barnootaa Olaanoo barattoota isaanii eebbisiisaa jiru Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Dhaabbileen Barnootaa Olaanoo barattoota isaanii eebbisiisaa jiru. Yuunvarsiitiin Gondar, Injibaaraa, Waraabee fi Jiinkaa barattoota Muummee…
Oduu biyya keessaa Abbaan Bariisaa boqotan Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Proofeesar Maahdii Haamiid Muudee, Abbaan Gaazexaa Bariisaa, barreessaan Galmee Jechootaa Afaan Oromoo, Xalayaa Bariisaa, Walaloo Bariisaa boqatan.…