Oduu biyya keessaa Lammiin Ityoophiyaa kamiyyuu ulaagaa barbaachisu yoo guute filachuu danda’a Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Lammiin Ityoophiyaa kamiyyuu ulaagaa barbaachisu yoo guute filachuu akka danda’u Boordii Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegale Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti kan argamu Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegalu ibsame. Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaan Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaaniiru. Waliigalticha Ministeerri Innooveshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Gaazexxeessaan Tigiraay Miidiyaa hawusii fi Ityoophiaatti bakka bu’aa fi qopheessaan olaanaa Ayigaa… Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Gaazexxeessaan Tigiraay Miidiyaa hawusii fi Ityoophiaatti bakka bu’aa fi qopheessaan olaanaa Ayigaa Fooram too’annoo jala oolu Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame… Wabi Fufa Apr 15, 2021 0 Finfinnee, Eebla 7, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni 48 baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame tajaajilaaf banaa tahuu…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota kuma 4 fi 703 qajeelfama kenniinsa tajaajila geejjibaa darbanirratti tarkaanfiin… Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa geejjibaa Magaalaa Finfinnee konkolaattoota kuma 4 fi 703 qajeelfama kenniinsa tajaajila geejjibaa darbanirratti tarkaanfii fudhachuu…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa galii walitti qabuurratti muuxxannoo wal jijjiirraa taasisan Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa galii walitti qabuurratti muuxxannoo wal jijjiirraa taasisaniiru. Gareen jila Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Sudaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa waliin mari’atan Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa Dooktar Moo’eetii…
Oduu biyya keessaa Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti mariin… Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti qaamolee qooda…