Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame.
Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa…