Ambaasaaddar Yibalxaal Aymiroo Eeggataa Ministira Dhimma Alaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal Aymiroo Eeggataa Ministira Dhimma Alaa Sudaan Umar Gaamaar Aldiin Ismaa’eel waliin mari’ataniiru.…