Hiriirri garee badii ABUT balaalleffatu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Hiriirri garee badii ABUT balaalleffatu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Gareen gantuu ABUT gochaa badii Raayyaa Ittisa BIyyaa irratti raawwate…