Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Arafaa magaalota Aggaaroo fi Samaraatti kabajamee jira

Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) – Ayyaanni Iid Al Adhaa ykn Arafaa 1446ffaan sirnoota amantaa garaagraan magaalaa Aggaarootti kabajamaa jira.

Hordoftoonni amntichaa bariidhaan ayyanicha kabajachuuf gara bakka solaatni Iidaa geggeeffamutti walitti qabamniiru.

Haaluma walfakkaatuun Naannoo Afaar magaalaa Samaraattis kabajamaa jira.

Ayyaanichi sirnoota garagraan kabajamuu TOI gabaaseera

Pirezidaantii Naanoo Afaar Awwal Arbaa dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa Naannichaa sirnicharratti  argamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.