Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Irreechaa Malkaawwan adda addaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Ayyaanni Irreechaa Malkaawwan adda addaatti haala duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajamaa jira.

Ayyaanichi mata duree ‘Irreecha Olka’iinsa Biyyaaf’ jedhuun kabajamaa jira.

Buraayuutti Malkaan Ateetee, Sabbataatti Irreechi malkaa Sabbataa, Galaanitti Irreechi Malkaa Caffee Tumaa, Beenishaangul Gumuuzitti Irreechi Malkaa Asoosaa fi Sandaafaa Bakkeetti Irreechi Malkaa Goraa haalaa duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajamaa jira.

Abbootiin Gadaa, haadhooliin siinqee, foolleewwanii fi kutaalee hawaasaa garaagaraa sirnicharratti argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.