Fana: At a Speed of Life!

Baajanni Naannoo Afaar bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 ta’uun ragga’e

Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Baajanni Naannoo Afaar bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 ta’uun ragga’e.

Manni Maree naannichaa Yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun baajata naannichaa bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 raggaasiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara
https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.