Fana: At a Speed of Life!

Baankichi bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse

Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa har’a gaggeeffame ifoomseera.

Baankileen 32 caalbaasicharratti kan hirmaatan yoo ta’u, caalbaasii kanaan Doolaarri Ameerikaa tokko Birrii 154.8729 ta’uun galmaa’eera.

Baankiin biyyaalessaa akkaatuma sagantaa kana dura ifoomseen torbee itti aanan lama boodas caalbaasii walfakkaatu kan gaggeessu ta’uu hime.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.