Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’a gaggeesse ifoomseera.
Baankiileen 13 adeemsa caalbaasichaarratti kan hirmaatan yoo ta’u, caalbaasichaan Doolaarri Ameerikaa 1 Birrii 154. 7747 ta’uun galmaa’eera.
Baankiin Biyyaalessaa akkaatuma sagantaa kana dura baaseen yeroo itti aanu torbee lama keessatti caalbaasii walfakkaatu kan gaggeessu ta’uu ibsameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.