Fana: At a Speed of Life!

Badhaadhinni Itiyoophiyaa hin oolu – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Kitaabni Mootummaa Ida’amuu’jedhamu kan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame eebbifameera.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kitaaba isaanii yaadama Ida’amuu irratti xiyyeeffate 4ffaa mata duree “Mootummaa Ida’amuu” jedhuun barreessan eebbifameera.

Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo, Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsaqasillaasee, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo fi Pireezidaantoota naannolee dabalatee keessummoonni waamichi godhameef sagantaa eebba kitaabichaarratti argamaniiru.

Badhaadhinni Itiyoophiyaa hin oolu jedhan Dooktar Abiy Ahimad eebbifamuu kitaabichaa ilaalchisee ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.