Badhaafamtoota piriimer Liigii Federeeshinii kubbaa Millaa Itiyoophiyaa waggaa 20 gadii, bara 2017
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC) – Federeeshiniin kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa taphattootaa fi qooda fudhattota garee kubbaa millaa waggaa 20 gadii badhaaseera.
Haaluma kanaan:
Taphataa Urjii-Miikiyaas Badhaasoo- Buna Itiyoophiyaa (35,000)
Karra eegaa cimaa – Tinsaa’ee Maarqos – Buna Sidaamaa (20,000)
Galchii hedduu kan lakkoofsise (13) – Aniwaar Muqaddiis- Akkaadaamii Xirunash Dibaabaa (35,000)
Leenjisaa Urjii-Ammihaa Zawuduu -Buna Sidaamaa (30,000)
Abbaa Murtii galateeffamaa-Anteenah Araggaa (30,000)
Gargaaraa Abbaa Murtii galateeffamaa _ Muluu Barrihun (20,000) badhaafamaniiru.
#Oromia #Ethiopia