Fana: At a Speed of Life!

Baga ayyaana yaadannoo du’aa ka’uun isin ga’e – Taaggasee Caafoo

Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) –Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon ayyaana yaadannoo du’aa ka’uu sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsanIIRU.

Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, ayyanichi jaalalli du’aa ka’uu isaa, gaarummaan, gammachuu fi nagaan kan keessa guute nuuf haa ta’u jechuun hawwii qaban ibsaniiru.

Uumaan Itiyoophiyaa akka eebbisu hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.