Balaa Tiraafikaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraatti mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraa iddoo addaa Riqicha Qarsaa jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota namoota 9 darbe.
Balichaan lubbuun namoota 9 yoo darbuu namoota 7 irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabuu Qajeelcha Poolisii Godina Harargee Bahaatti Itti Gaafatamaan Kutaa Kominikeeshinii fi Miidiyaa Gargaara Inspeektaraa Kaasayee Abbabaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif himaniiru.
Ka’uumsi balichaa qoratamaa jiraachuu ibsaniiru.
Tuujii Abdiitu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.