Fana: At a Speed of Life!

Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha – Obbo Ordiin Badirii

Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararuu Obbo Ordiin Badiriin.

Manne maree bulchiinsaa naannoo Hararii raawwii hojii seektaroota ijoo bara 2017 irratti mari’achuu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaa Heenook Mulunahiin Faanaa Diijitaalitti himaniiru.

Hojiileen bara baajatichaa keessa hojjetaman hawaasa fayyadamoo taasisuun bu’aa gaarii galmeessuu obbo Ordiin Badiriin himaniiru.

Gabaa tasgabbeessuuf oomishaa fi oomishtummaa guddisuurratti hojii jajjabeessan hojjetamuu dubbatan.

Barri baajataa 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jechuun eeran.

Barnootaa fi tajaajila fayyaa qulqullina qabu babal’isuuf hojiileen raawwataman gaarii akka ta’e himan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.