Beeniin Bootiswaanaa injifatte
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Seeneegaal Rippaabiliika Dimookiraatawaa Koongoo waliin, sa’aatii 2:30 irraa eegalee Taanzaaniyaan Ugaandaa waliin akkasaumas halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee Naayijeeriyaan Tuuniziyaa waliin ni taphatu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.