Oduu biyya keessaa Walisootti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 8 darbe Debela Tadesse Oct 3, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) - Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti balaa tiraafika mudateen lubbuun namoota saddeettti darbuun himame. Har'a konkolaataan deddeebisaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Seenaatar Jiim Inhoofan waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 3, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Seenaatar Jiim Inhoofan waliin mari'ataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaan lubbuun namoota shanii darbe Debela Tadesse Oct 3, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC) - Godina Goojjam Bahaa Magaalaa Lumaameetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota shanii darbe. Har'a Ambulaansiin Dabira Maariqoosirraa gara Shebel…
Ispoortii Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3 Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame olaantummaa Maanchistar…
Idil Addunyaa Indooneezhiyaatti walitti bu’iinsa dirree kubbaa miilaa keessatti uumameen lubbuun namoota 174 darbe Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Indooneezhiyaatti walitti bu’iinsa dirree kubbaa miilaa keessatti uumameen lubbuun namoota 174 darbuu gabaafame. Biyyattiitti walitti bu’iinsa…
Oduu biyya keessaa Irreechi nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Kabajni Ayyaana Irreecha nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise. Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee miiliyoonponni irratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni jijjiirraa baraa Yam kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Yam ‘Heeboon’ kabajamaa jira. Hiikkaa baatii jalqaba bara haaraa jedhu kan qabu ayyaanichi bakka dhalattoonni…
Ispoortii Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw fiigicha maraaatoonii Landan injifatte Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yahuwaalaaw dorgommii fiigicha maraaatoonii Ingiliz Landanitti gaggeeffamaa jiru injifatte. Atileet Yaalamzarf dorgommicha sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi hawaasa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 2.3 taasise Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hawaasa Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa garaagaraa Birrii miiliyoona 2.3’tti tilmaamamu…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaa Caafoon Seenaataroota Ameerikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Seenaataroota Ameerikaa waliin mari’atan. Obbo Taaggasaan Seenaataroota Ameerikaaf…