Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaliyaa Poolisii Federaalaa daawwatan Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad Ityoophiyaatti Waajjira Olaanaa Poolisii Federaalaatti argamuun daawwannaa hojii taasisan.…
Fayyaa Ugaandaatti ogeeyyiin fayyaa 6 Iboolaan qabamuu gabaafame Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ugaandaatti ogeeyyiin fayyaa 6 vaayirasii Iboolaan qabamuu gabaafame. Ogeeyyiin fayyaa kunneen vayirasichaan qabamuu erga mirkanaa’ee booda yaala…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti sagantaan nyaata barattootaa Birrii miiliyoonaa 43 oliin eegale Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)-Magaalaa Shaashamanneetti sagantaan nyaata barattootaa Manneen barnootaa 30 kennamu Birrii miiliyoona 43.7’n eegaleera. Sagantaa kanaan magaalattiitti…
Oduu biyya keessaa Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Waldaan Qorannoo Oromoo osoo of hindaangessin hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Sagantaan hundeeffama…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Morookoon damechaan walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa fi Morookoon damee buufata doonii, terminaalaa fi loojistiksiin walta’iinsaan hojjechuuf waliigaluun eerame. Jilli Hoji Gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 taasise Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Naannoon Hararii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31’tti tilmamamu taasise. Deeggarsichaas Ittaantuu Pireezidaantii Naannichaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Humnichi Irreechi nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisaan xumuramuu ibse Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa ibse. Humni Waloo Nageenyaa abbootii gadaafi…
Oduu biyya keessaa Shariikummaa gadadoo keessaa ba’uuf imala Shikkirrii Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Aadde Elemaa Bulee Jiraattuu Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaabaalloo yoo taatu maqaa masoo Shikkirrii jedhamuun beekamti. Aadde Elemaan…
Oduu biyya keessaa Baazaariin Irreechaa Giddugala Aadaa Oromootti baname Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2015 sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti baazaariin banameera. Baazaarichaan uffanni , faayyiifi…
Oduu biyya keessaa Shariikummaa gadadoo keessaa ba’uuf imala Shikkirrii Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Aadde Elemaa Bulee Jiraattuu Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaabaalloo yoo taatu maqaa masoo Shikkirrii jedhamuun beekamti. Aadde Elemaan…