Fayyaa Hospitaalli yaala haadholii fi daa’immannii eebbifame Sifen Megersa Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Koolleejjiin Meedikaalaa Barkumee Hospitaala Qidduus Phaawuloos Hoospitaala yaala haadholii fi daa’immanii Birrii miiliyoon dhibba 4 fi miiliyoona 50…
Oduu biyya keessaa Weerara hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa to’achuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Weerara hoomaa awwaannisaa godina Baalee, Gujii Lixaa, Booranaa fi Gujiitti mudate to'achuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti ammeentaan daa’imman waggaan dhalatanii waggaa 70 as kan bara Faranjootaa 2019 isa… Sifen Megersa Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Chaayinaatti ammeentaan daa’imman waggaan dhalatanii erga bara Faranjootaa 1949 as kan bara Faranjootaa 2019 isa gadi aanaa ta’uun himame. Bara…
Oduu biyya keessaa Daddabarsa namoota seeran alaa ittisuuf sosochiin hawaasaa murteessadha- obbo Dammaqaa Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Sochiin hawaasaa daddabarsa namoota seeran alaa ittisuurratti hojjechuu qaba jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan. Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Gareen ayyaana Cuuphaa Goondarirratti badii raawwachuuf ture to’atame Obse Wakgari Jan 18, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa Goondaritti kabajamurratti dhohiinsa dhukaasan deeggarame raawwachuuf gareen qophiirra ture 2 to'atame. Gareen badii lamaan…
Balballoommii fi yaada Atleetiin Keeniyaa qorattoota qorichoota si’eessan jalaa fiigee miliqe Wabi Fufa Jan 17, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Atleetiin beekkamaa Keeniyaa keessaa aanga'oota farra qorichoota humna si'eessanii kaampii shaakalaa turetti wayita argu fiigee jalaa miliqe. Gareen…
Biiznasii Wixineen labsii eksaayiz taaksii gatii konkolaattota “cc” 1300 gadii %30 gara %5tti gadi… Obse Wakgari Jan 17, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Wixineen labsii eksaayiz taaksii gatii konkolaattota "cc" 1300 gadii %30 gara %5tti gadi buusa. Kunis gatii konkolaattota manaa haaraa %83 hir'isa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Nageenya Araaraa Biyyaalessaa Preezdaanti Naannoo Hararii obbo Oordiin Badirii waliin… Wabi Fufa Jan 17, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Komishiniin Nageenya Araaraa Biyyaalessaa guyyaa har’aa Preezdaanti Naannoo Hararii obbo Oordiin Badirii, hoggantoota hojii fi miseensoota kaabinee…
Idil Addunyaa Seeneetiin Ameerikaa adeemsa himannaa Doonaald Traamp irratti banamee ifaan eegalchiise Sifen Megersa Jan 17, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa adeemsa himannaa Doonaald Traamp irratti baname ifaan eegalchiise Manni marichaa miseensota adeemsa himannaa…
Balballoommii fi yaada Yuunvarsiitiin Walqixxee, Inistiitiyuutii Teeknooloojii Maasaachuseetis waliin hojjechuuf waligaltee… Obse Wakgari Jan 17, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Walqixxee, Inistiitiyuutii Teeknooloojii Maasaachuseetis waliin hojjechuuf waligaltee mallatteesse. Yuunvarsiitiin Walqixxee…