Fayyaa Naannoolee biyyattif ambulaansonni 850 raabsaman Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Naannoolee biyyattif ambulaansonni 850 raabsamu Ministeerrii Fayyaa beeksise. Daayreektarri bulchiinsa qabeenyaa fi tajaajila waliigalaa ministeerichaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qorannoo vaayrasii koroonaa mana manarraa taasifameen namoonni miiliyoona 24.6 waliin… Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qorannoo vaayrasii koroonaa mana manarraa taasifameen namoota miiliyoona 24.6 waliin ga’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beksise.…
Idil Addunyaa Johaanisbargitti maatiin miiliyoonni 1 ta’an waan nyaataan hin qaban Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Afrikaa kibbaa Johaanisbargitti maatiin miiliyoonni 1 ta’an waan nyaataan akka hin qabne kaantiibaan magaalicha beeksisan. Johaanisbarg sabaaba…
Fayyaa IGAD tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa meeshaa Birrii kuma 800tti tilmaamu laate Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) –Mootummootni Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa meeshaalee tilmaama Birrii kuma 800 ta’u Ministeera Fayyaaf…
Oduu biyya keessaa Labsichi lubbuu lammiilee baraaruuf malee,ba’aa namarratti fe’amee miti-obbo Dammaqaa Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Labsii ariifachiisan lubbuu lammiilee baraaruuf malee,ba'aa namarratti fe'amee miti jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan.…
Biiznasii Finfinneetti hoteelonni abbaa urjii baatidhaan galii Doolaara miiliyoona 35 dhabaa jiru Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Finfinneetti hoteelonni abbaa urjii ta’an baatiin galii Doolaara miiliyoona 35 dhabaa jiru. Finfinneetti hoteelonni sadarkaan abbaan urjii laatameef…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Ameerikaan waliigaltee Doolaara miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 30 mallatteessan Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Ameerikaan waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 30 walii mallatteessan. Mootummaan Ameerikaa…
Biiznasii Oomishaalee fi shaqaxootarratti daballiin gatii hin barbaachifne akka hin jiraanneef to’annoo cimaan… Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) - Oomishaalee fi shaqaxootarratti daballiin gatii hin barbaachifne akka hin jiraanneef to’annoo cimaan taasisuumu akka qabu Ministirri Ministeera Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24tin namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 keessatti taasifameen namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Sa'aa 24 darbe keessatti samuudaan namoota…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa Shawaa Bahaa fi Shawaa Kaabaa daawwate Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa fi Shawaa Kaabaa daawwate. Jilli preezdaant Shimallis…