Idil Addunyaa Iiraan buufata looltoota Ameerikaa haleelte Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Iiraan buufata looltoota Ameerikaa haleelte. Haleellaa baalastiik miisaa'elaa Iiraanin buufataaleen humna qilleensaa Ameerikaa lama…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan Obse Wakgari Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan. Daawwiin hojichaa hariiroo biyyoota lamaanii sadarkaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin ayyaana kabajan Obse Wakgari Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jaarsolii, daa'immanii fi qaama miidhamtoota waliin Paarkii Tokkummaatti ayyaana Qiillee kabajan. Muummee…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Kuwaatar waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Kuwaatar waliin mari’atan. Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos (Qillee) kabajame Wabi Fufa Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) – Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos (Qillee) guyyaa har’aa hordooftoota amantaa Kiristaanaan haala ho’aan kabajamaa oolera. Ayyaanichi sirnoota amantaa…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan ayyaana Qillee sababeeffachuun hojii tola ooltummaa Gannaan haadholii manneen… Wabi Fufa Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) – Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa ayyaana Qillee sababeeffachuun hojii tola ooltummaa Gannaan haadholii manneen…
Oduu biyya keessaa Ummanni duudhaalee gaggaarii gabbifate hedduu qaba- I/A/P/M/N/O obbo Shimallis Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Itti aanaan preezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana dhaloota Yasuus Kiristoosin ittiin isin ga'e jedhan. Ergaa guutun…
Oduu biyya keessaa Maallaqa sobaarraa of eeggannaan taasifamuu qaba- poolisii Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Ummanni yakkaa fi maallaqa sobaarraa akka of eeggatu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee yaadachiise. Gabaa ayyaanaa yoo baatan maallaqa sobaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin teeknikaa Hidha Haaromsaa Finfinneetti gaggeeffama Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Hidha Haaromsaarratti walga'iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Finfinneetti gaggeeffama. Waltajjichi Muddee 29 fi 30,2012 magaalaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga'e jedhan. Dooktar Abiy guyyaan dhalootaa…